Hojin wangelaa haawaasa keessati waan hojetamuf rakoo haawaasicha qunamu salphisu yooki dhabamsiisu irrati qiyaafachu dhaan yaali gochun barbaachisaa dha. Yaali kana keessati rakoo gudaan dhibee dinagde waan ta’eef rakoo kana tokumaan irrati tarkaanfachuf yeroo adda addaati karaa fuula kana iyaata adda addaa baasu dhaan rakkoo ka’uuf furmaata argamsiisuf caraaqi nuraa eegamu ni hgoona.
OPERATION OROMO CHRISTMAS
|