FAIL (the browser should render some flash content, not this).
HOME >> [ news --| ]


2009 UOEC Annual Conference

Waldaa Oromoo Warra Wangelaa Washington, DC

Oromo Evangelical Church of Washington, DC

Member of the Evangelical Lutheran Church of America, ELCA

4401 16th St NW, Washington, DC 20011, Tel (202) 640-0336 

E-mail  oromochurchdc@gmail.com, P.O.Box 56075, Washington DC 20040

 

“Waaqayyo wanti hundinuu akka akeeka isaatii fi akka fedha isaatiitti akka ta’u in godha; 
nus immoo akka inni yaadee qopheessee of duraa qabuutti, karaa Kristos fo’amneerra.” Efe. 1:11             


Gurandhala 16, 2009   

 

Jaalatamoo Obboleetottaa fi Obboleewwan,

 

Waldaan Oromoo Warra Wangeelaa Washington DC, yaaroo hafuuraa Tokkummaa Waldoota Oromoo Warra Wangeelaa isa 14ffaa, as magaalaa Washington DC tti Kamisa, Adoolessa 23 hanga Dilbata, Adoolessa 26, 2009, kessumsiisuuf qopha’u ishee gammachuu fi kabajaa guddaan isin beksifti.  

 

kanumaafuu, waldaan keenya koree sagantaa kana qopheesuu fi qindeessu dhabneetti. Sagantaa, bakka qubanna ykn iddoo bultii fi dhimmoota sagantaa kana ilalatanis yeroo yerootti isin beeksifna.

 

Hundumarra, qopheen yaroo kuniif ayyaanichi haa milkaa’uuf fuula Waqayyoo duratti hundi keenya kadhannaan ha jabaannu.

 

Nagaa fi eebbi isiniif ha baayatu

 


The Oromo Evangelical Church of Washington DC is thrilled and privileged to host the 14th Annual Union of Oromo Evangelical Churches Spiritual Conference to be held here in Washington DC from Thursday, July 23 through Sunday, July 26th, 2009. We are looking forward to welcoming all of you here in the heart of the nation.

 

Accordingly, we have established an event planning committee to carry out all necessary functions. You will receive a periodic updates relevant to this event as well as conference programs, accommodation and other information necessary for your use while staying here in Washington DC .    

 

Most of all please remain prayerful for OECDC as we continue to make the necessary preparation for this important event in our Christian journey.


 

Berhanu N. Yadata

Tuulaa (President) Waldaa Oromoo Warra Wangeelaa Washingiton DC



Go Back to the Main Page.

ABOUT US    |    CONTACT US    |    EVENTS    |    CHURCH ADDRESSES