FAIL (the browser should render some flash content, not this).
HOME >> [ research --| ]

Amantiin qaama haawaasa tokko waan ta’eef haawasa sana keessati waan addeemu yooki haala jiru qorachu dhaan barnootaa fi hubanaa akka fiduuf dhiyeesun barbaachisaa dha. Fuula kana irrati barefama qoranaa irrati hunda’ee dhiyeesu dhaan namoota gara fuula kanaa dhufan hundaaf hubanaa laachuf qophaa’ee jiraa.

Qoranaan yooki qayabanaan huunde beekumaa akka ta’ee hubachuun barbaachisaa dha. Namni tilmaamaa fi oduu duwaa dhaan dhugaa bira ga’uu hin danda’uu. Kanaafu hundeen beekumaa qoranaa, xinxalaa fi qayabanaa ta’uu issaa hubachisuu dhaan karaa danda’ame hubanaa bira ga’uuf ni feena.

Welcome to the research room, where various research findings are shared. Articles posted on this page are original research works. Research is a discipline that strives to inform faith with facts, obtained through different research methodologies. Through this medium; world views, paradigms, thought patterns, traditional trends and belief systems are researched and commented on.


Chat as a dominant and significant phenomena within the community attracts the attention of almost every visitor to Hararghe. It is so dominant and significant that it has a broader, stronger and deeper impact of the societal life of the people living in Hararghe... Read more �

ABOUT US    |    CONTACT US    |    EVENTS    |    CHURCH ADDRESSES